Dhibeen cooma tiruu ykn fatty liver jedhamu dhibee mallattoo yeroo dheeraaf otoo hin agarsiisiin lubbuu namaa galaafatan keessaa tokko. Itoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa kaanittis dhibee tiruu ...